Biblia Ijollee

Odu atini jaalattu ta Biblia keessa baatu. Gati male

Huji Teenna

Matayo 19:14 Yesoni waan jed'e, 'Ijolleni didiqoni ha gara kiyya d'uftu, ammalle hind'owwina, maan jennani finni gubbaa ta worra akka isaniti.'

Biblia Ijollee wonti isini jirtuufi akka ijolle waan Yeso Kristo barsiisani kara odu Bibliatiifi waan itti d'iatani ka akka akkatifi daandi akka akka, ka akka webitiifi, Simu Harkatifi/PDAtiifi, kartasi rangi hedduni choraniifi buuggi ijolleeni kala dibaatu, afaani ch'ufa ka ilmaani dandeette dubbaattu dabarsitu.

Oduni Bibliaa tana ijolle billion 1.8 ta lafa keessa fula ch'ufa jirtuutti dabarsuu malani fula taatu ch'ufaatti.

Tatabbe D'aamsa Sahi keyyadd'i akka argattu

Receive