Daa’immaniif Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu irraa seenaa isin jaallattan. Guutumaan guutuutti tola.


Warning: Undefined variable $nav_menu in /home/dndqwb25/public_html/include/mobile_nav.php on line 22

Kaayyoon keenya

Wangeela Maatewoos 19:14 keessatti Yesuus “daa\'imman xixiqqooni gara kiyya haa dhufanii hin dhowwinaa! Mootummaan samii kan warra akkanaatii' jedhe.

Daa’immaniif Macaafni Qulqulluun daa’imman karaa Seenaawwan Macaafa Qulqulluu ibsitoota ta’aniinifi wantoota haala adda addaa fi midiyaa wal qabatoo ta’aniin, World Wide Web, bilbila mobaayilii/GDD dabalatee, afaan daa’imti tokko dubbatu kamiinuu tiraaktiiwwan haalluu qabanfi kitaabota haalluu qabaniin Yesuus Kiristoos daa’immaniin akka beekkamu gochuu dha.

Seenaawwan Macaafa Qulqulluu kunniin hamma danda’ameen guutummaa addunyaa irratti daa’imman miliyoona 1.8f tolaan ni raabsamu.

Gaazexaa weeb saayitii irratti saaqqamuun

Receive

Instagram
Twitter
Facebook
TikTok
YouTube

Wantoonni toora weeb saayitii kana irratti ba’an hundi isaaniituu kan daldalaaf qophaa’an osoo hin ta’I bilisa ta’anii mirgi abbummaa Daa’immaniif Macaafa Qulqulluu © 2003 - 2024 kan raggaasifameedha. Bible for Children Inc.